Viidiyoo barumsaa macaafa qulqulluu tolaa kan afaan Ibraayisx
0 views
Afaan kamiyuu kan dubbattan yoo ta’e macaafa qulqulluu kan afaan Ibraayisx dubbisuuf viidiyoo tolaa kanaan barachuu hindandeesu! Afaan Ibraayisx namoota beekumsa kamiyuu hinqabneef akkasumas kanaan dura namoota afaan Ibraayisx barataniifis hingargaara! Akkaata fi karaa daa’imnii xiqqoon tokko afaan hiikachuuf baratuun fayyadamuudhaan isin barsiifna. Namoota baayyeef afaan Ibraayisx barachuun rakkisaa fi abdii kutachiisaadha. Yaada akkasii jijjiiiru hinbarbaana. Viidiyoota keenyaan barachuun faayidaa isin argattan keessa muraasni warra armaan gadiiti:
✓ Tola, yeroo hundaaf, galmee kamiyyu hinqabu, yeroo yaali kamiyuu hinqabu.
✓ Akkataa daa’imnii tokko afaan baratutii baradhaa, ilaaluu fi dhagahuun.
✓ Yaaddoo hinqabu. Saffisa isin madaalun barachuun gammadaa!
✓ Seroota yadaachuuf qabdan hinqabu.
✓ Kitaaba kamiyyuu hinbarbaadu.
✓ Afaan hundumaa fi biyya hundumaatti hinhojjeta.
✓ Daa’imaan fi ijoollee mana keessattii barataniif baayyee gaariidha.
Afaanoota macaafi qulqulluu yeroo jalqabaaf ittiin katabame gadi fageenyan qo'achuun waldaa tokkummaa kristaana (qaama Kiristoos) keessatti oogummaan guddachuuf barnoota tolaa kana hiriyyoota keessaniif hiruudhaan maalo nugargaara.
Asirratti barnoota kan jalqabaa barachuun jalqabuu hindandeesu.
https://Youtu.be//y640-FlpXQs
Kara tarree kanaa gadii fayyadamuun barnoota hundumaa walduraa duubaan arggachuu hindandeessu.
https://www.youtube.com/playlist?list=PLq/vmb-z7PpQt2PDNUr7XOzBjWfORt
Barsiisaa afaan Ibraayisx yoo taatan meeshota ittiin barsiistan tolaan nurraa arggachuu fi nuwaliin hojjechuuf yoo fedhii qabaatan maalo nuwaliin dubbachuuf booda hindeebi'ina.
Viidiyoota akkasii kan biroo ilaalu yoo feetan asirratti hojii keenya deggeraa.
https://freehebrew.online/give
Thank you very much to Amanuel Tilahun for his help with this video!
- 00:04
- Namon ni bayen afan ibraisti machafa kul kulu barachu ni barabadu, hata umale baye ulfata ittita kanafis salpat abdi ni kutatu.
- 00:15
- Baratun ni murasini ittifufanis baradanis kamparatan yadachu fayadamuf hirrakatu.
- 00:21
- Rakin ni jerus kana, namon ni bayen bialafakanarrajran machafa fayadamu akasumas serota baye yadachu dan afan barachuf dadeti hingabani.
- 00:32
- Afan seroleti barachu kandan damu radebe ni yoshakalanida, dubachuf dagawuda.
- 00:40
- Nami hundinu dandeti isa umama ijol lumasat afan ittihikate fayadamun afano ta kambero barachu hindanda.
- 00:49
- Hubadda, matin kessani jero ijol luma kessan sana kubefi seroluga isin barsisutan hin egalen turani, akasumati isini tasan male, isinis isan agessanin.
- 01:02
- Sana bodas sutumasutan hubadchu dubachu egal tani. Sana boda kube barachuf kopi ta tani.
- 01:11
- Videota kenya, tola dandeti umama akasumas male itin samu kenya kessati boce hambisu akabratan isinin dandesisa.
- 01:22
- Videota baye ilalu hubanno kessan hindabala. Kara umama machisu fi yeroti gara yeroti boa kabessa kanta eda.
- 01:33
- Sababini nisas radebe fi bayinan fayadamuran kanke eh seroluga fi sagaluni afan ibraisti machafa kulkunlu kalbi kenya kessati boceme akaturu goda.
- 01:45
- Kara videota kenyas jachota fi seroluga tokotoko baracha akajirtan otohin bekin ergabratan boda kuwe afan ibraisti sutasutan barachu egal tu.
- 01:58
- Yaro bodas akata iti dubisutan desan barachu. Video barumsa tolakana kanko besajru hiktoni machafa kulkunlu fi waldaling kristana dunya kanarajran hondu afan ibraisti machafa kulkunlu barachu akadan desanif isinin gargaru fi bekumsa machafa kulkunlu akakudiftan gargaru ta 'a.
- 02:22
- Videota kenya rati afan inglizi yokin afan bro kamiyu hind nagessani.
- 02:28
- Kanafis namikamiyu hordofu fi barachu hindanda 'a.
- 02:34
- Kayyon kenya seroluga fi galma jachotaya rechuch 'ala afan ibraisti halagari te 'en akatagesan isinin gargaru ta 'a.
- 02:44
- Kanar rati machafni isinin himparpachisu. Jalkabar rati yobitache isinit be isinhin ibin.
- 02:53
- Wanumajeru ta 'a. Tari ijolluma ta 'akaharat isinit agamu danda 'a.
- 02:59
- Wantota dedamen kubachu yalu. Kunis yero tokotok namota ge 'esata 'an gamachisu disu danda 'a.
- 03:06
- Hata umale ka 'am barumsicha isa tokoti. Hinyadina. Jabina videota kanen rr debitani yo ilalten sagalun nifich 'a san afanicha ka 'am kesan tokota 'u egalu.
- 03:20
- Ammuma ittifuftani ilalten wanu ma 'afanicha du 'a barachu ma 'afanicha barachu bo 'a innikenu ilalu jalkabdu.
- 03:29
- Videota murasa ergalalten boda hammam akabratan gaafu ubaten ndingisifatu.
- 03:36
- Tare jachota xunduma yadachu yodadabten hindibimina. Rr debiun videocha ilala.
- 03:43
- Akasumas beksisi charrat kantarre famen tartiban isin ilalu kesan ubatda.
- 03:51
- Kanafu, maalik dure chanali kenya subscribe koda. Afan Ibrahimi machafa kulukulu barachu egala.
- 03:59
- Maalo, barumsa tholakana hiriota kesan biya wirojirten tari afan Ibrahimi barachu barabadanif kwadudan mugargara.
- 04:07
- Akasumas videota tholakana broho jacha, dupisagare waga yo kesati, gamachu argamu, afan isamach afni kulukulu, yero jalkabaf, itin katabamin, akargaten, gargarsa kenya, aka itifuvnu, isinimo nuv kadada.